Lafa Arsiitiin Wal Baraa
Arsiin Gosa Oromoo Guddaa yoo tahuu ilmaan lama qaba Sikkoo fi Mandoo
Ilmaan Arsee sikkoo fi Mandoo laga waabee gamaa gamana Gadab,Dida’a fi Baalee keessaa jiraatu.
Kanumaaf yeroo baay’ee Arsii waabee gamaa fi Arsii waabee gamanaa jedhanii wal waamu
Akka gadaa Oromooti Arsiin dhadacha 20 qaba
Akka Sirna bulchinsa ammatti Arsiin Godinoota Afurii {4} fi Aanota jahaatamii Afur {64}qaba
Isaaniis
* Godina Baalee Bahaa
1 Laga Hidhaa
2 Sawweena
3 Gindhir
4 Bulchinsa Magaalaa Gindhir
5 Raayituu
6 Dawwee Saraar
7 Dawwee Qachaan
8 Gololcha
* Godina Baalee
1 Agarfaa
2 Diinshoo
3 Barbaree
4 Gurraa dhaamolee
5 Dallo Mannaa
6 Madda Walaabuu
7 Harannaa Bulluq
8 Gooroo
9 Goobaa
10 Sinaana
11 Magaalaa Roobee
12 Magaalaa Goobaa
13 Gaasara
* Godina Arsii
1 Amiinyaa
2 Asakoo
3 Asallaa
4 Balee Gasgaar
5 Collee
6 Digaluuf Xiijoo
7 Diksiis
8 Doddota
9 Inqoloo Waabee
10 Gololchaa
11 Guunnaa
12 Heexosa
13 Jajuu
14 Leemmuuf Bilbiloo
15 Loodee Heexosaa
16 Martii
17 Muunessaa
18 Roobee
19 Seeruu
20 Siree
21 Sirka
22 Suudee
23 Xannaa
24 Xiyyoo
25 Zuwaay Dugdaa
26 Shanan Kooluu
* Godina Arsii Lixaa
1 Adaabbaa
2 Dodolaa
3 Gadab Asaasaa
4 Kofolee
5 Kokkosaa
6 Qoree
7 Nansaboo
8 Siraaroo
9 Shaallaa
10 Bishaan Gurraacha
11 Wanadoo Gannat
12 Heebaan
13 Arsii Nageellee
14 Bulchinsa Magaalaa Nageellee
15 Shaashamannee
16 Bulchinsa Magaalaa Shaashamannee
Waan dhugaati .thanks
ReplyDeleteWaaaw .waan baayyee gaarii fi barnoota namaaf kennu barreessite
ReplyDelete