Oromoon saba baldhaa aadaa baldhaa qabuudha.
Aadaan oromoon qabu keessaa tokko aadaa uffanaati.
oromoon aadaa uffanna gosa adda addaa qaba .
Fkn
Uffannaa aadaa Arsii
Aadaa baalee
Aadaa harargee
Aadaa gujii
Aadaa booranaa
Aadaa wollaggaa
Aadaa Iluu Abbaa booraa
Aadaa Shawaa
Aadaa karrayyuu
Aadaa wolloo
Fi kkf kan qabduudha .
Aadaan uffannaa godinoota kanneenii hundi isaanii garaagarummaa kan qabuudha.
No comments:
Post a Comment
Thanks for all