Saturday 8 October 2022

✍️Maaf Rakkiftu saba.

 Maaf rakkiftu saba

Isin worri bulguu bineensi halkanii
Ofii keetiif jettee sabas rakkiftani
Hanna keessan beeknaan biyyi
Nurraa ka'aa jenne si abaare nuyi
Ummata nagayaa woraanatti fixee
Daa'immaniif ijoollee qawwee hidhachiiftee
Lolatti gadi yaaftee daa'imman kikichuu
Lubbuu isaani fixe kan boru biyya bulchu
Yeroo si kadhatan koottuu araaramiif
Maal ta'a yoo dhageette gaaffii sabaaf lammi
Dhumni kee kasaaraa hin milkooftu siif
Atis of ilaali dhuma kee tilmaami
Ati akkuma isa kaani Akka A/T
Duuti kee hin ooltu dhakaa keessaatti hafta
Du'a kee boruutiif dursiitii tilmaami
Hoggantoota tplf tiif.
✍️N.B.




1 comment:

Thanks for all

Home

YAA ILMA KOO

YAA ILMA KOO! Yaa ilma koo na dhageessaa? Mee yaadadhu isa kaleessaa Ganda jooree liqeeffadhee Dugda-fuudhee kireeffadhee Qullaa deemee sitt...