Wednesday 12 October 2022

Jechoota goootta ykn hayyoota oromoo

​lDUBBII GOOTOTA OROMOO

▬▬▬▬▬▬▬▬

➊. Garbummaa hiddaan buqqifna dadhabnu ilma itti guddifna.

   ─ Jeneral Waaqoo Guutuu


➋. Garbummaa irra duuti bilisummaadha.

   ─ Elemoo Qilxuu


➌. Ofumaa dhamaatu malee ana rasaasni na hin danda'u.

   ─ Agarii Tulluu


➍. Boolla yookin goda tokko keessatti si'a lama hin ciniinamin!

   ─ Jaarraa Abbaa Gadaa


➎. Duuti koo du'a gootati, dhiigni koos dhiiga tasa dhangala'e miti, dhiiga saba kiyyaa bilisoomsuf lola'edha.

   ─ Maammo Mazammir


➏. Akkas ta'e dubbiin keenya; bofa eegee qabnaan in citti, gadhiifnan itti lixxi!

   ─ Haayilamaram Gammadaa


➐. Garbummaarra du'an filadhe kanaafan fincilee daggalatti gale. 

   ─ Usmaayyoo Muusaa


➑. Kan keessa beekuf lolli tapha.

   ─ Abiishee Garbaa


➒. Jeedala ta'ee waggaa dhibba jiraachuurra, leenca ta'ee aadee du'uu naaf wayya.

   ─ Huseen Buneev


➓. Namni kaayyoo isaa hin beekne bishaan gabatee irraati; gara argetti jal'ata.

   ─ Eebbisaa Addunyaa

 ✍️https://t.me/Nasiroberiso

1 comment:

Thanks for all

Home

YAA ILMA KOO

YAA ILMA KOO! Yaa ilma koo na dhageessaa? Mee yaadadhu isa kaleessaa Ganda jooree liqeeffadhee Dugda-fuudhee kireeffadhee Qullaa deemee sitt...