Saturday 24 September 2022

Yeroon meeqa?(how much time)


Yeroon meeqa?

   Yeroon meeqa?

Xiqqaa irraa hamma guddaatti

Kan oolee bulu hunduu

Yeroo keessa osoo hin dabarree

Tokkollee oolee hin bulu

Ganama subii ka'ee

Hunduu suma ilaala

Kan yeroon hojii itti gahe

Kan itti barfate dabalatee

Situ hundaa madaala.

Ati haqa hin dabsitu

Hundaa ija tokkoon laalta

Nama addaan hin qoodduu

Hundaaf murtii haqaa laatta

Isa tokkoo bari'aa 

Isa kaani hin dhihu

Namoota wojjiin jiraataniif

Sekondii tokkoofillee

Yeroon gargar hin ta'u.

✍️N.B





1 comment:

Thanks for all

Home

YAA ILMA KOO

YAA ILMA KOO! Yaa ilma koo na dhageessaa? Mee yaadadhu isa kaleessaa Ganda jooree liqeeffadhee Dugda-fuudhee kireeffadhee Qullaa deemee sitt...