Thursday 22 September 2022

AYYAANA IRRECHAA.

 Ayyaanni irrechaa ayyaana oromoon qabdu keessaa isa tokkoodha.

Ayyaanni kun ayyaan woktii birraa malkatti ayyaanefatamuudha .

Ayyaanni irreechaa ALI woqtii birraa kan ayyanefatamu 

Malkaa har sadeetti bahee kan ayyaaneffatu yoo ta'u

Ayyanicha irratti namoota lakkoofsaan heddu ta'anuu irratti argama.




AYYANNI irreechaa hoggoottan lamaan darban asitti hora finfinneettis kabajamuu eegalee jira.

KANAA. Ayaanni irreechaa kan baranaas malkaa har sadee fi hora finfinneettis haala hoo'aa ta'een qophii isaa xumuree jira.

1 comment:

Thanks for all

Home

YAA ILMA KOO

YAA ILMA KOO! Yaa ilma koo na dhageessaa? Mee yaadadhu isa kaleessaa Ganda jooree liqeeffadhee Dugda-fuudhee kireeffadhee Qullaa deemee sitt...